Nehemiah 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri beelae jennaani qit'a gubbaa buufteefi, worri d'eebonnaani; bisaani d'akha keesaa baafteefi. Atini beena, lafa duri anini isanii kakhad'e fud'ad'a worraani jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Beela isaaniitiif Sami'ii nyaata isaanii kennite, dheebuu isaaniitiif dhagaa keessaa bisaan isaanii baafte; lafa isaaniif kennu'uuf isaanii waadaa galte sanitti akka galan isaan ajajje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa beelayanelle ol-gubbaa irraa sagalee isaaniif kennitee, yennaa dheebotanelle rassaa keessaa bisaan isaaniif burqisiitte. Biyya isaanii kenniisaaf waadaa galtetti akka galanuuf isaan ajajje.