Nehemiah 9:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri akheekha korma looni mid'aafate kunini Waaqa lafa Misiri keesaa nu baase jed'e kad'ate! Akanaani guddo si arabse!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa fakkeenna Waatiyyo'oo ka harka ufiitiin bassanii hojjatanii, ‹Waandhi biyya Misiriitii nu baase kana!› jedha'aa guddisanii si aarsan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan fakkii jabbi'ii ifiif hujanee, ‹Mootiin Waan Maraa ka biyya Gibxi'ii keessaa nu baase kana› jedhanee, isaan guddoo si faanshessane.