Nehemiah 9:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna afurtama, ka worri lafa aloo keesa tae, atini worra qorqorate jabeesite, woyaani worraleeni taka inch'ich'inne, miili worraleeni taka inuranne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa gammoojji'ii keessatti woggaa afurtamaaf isaan soorte. Isaan womaa hin dhabne, uffanni isaanii hin moofne, lutti isaaniillee hin iitofne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa goomole'ee keessatti woggaa afurtama isaan qarqaarte. Isaan womaa hin dhanne, woyaan isaanii hin dulloonne, miilli isaaniille hin iitonne.