Nehemiah 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga saatti Sadii Seera Aabbo Waaqa isaani worraa soomani, ammalle saatti sadi d'ibile daba isaani himatani AABBO Waaqa isaani kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu bakka ufii dhaabatanii kitaaba seeraa ka Rabbii Waaqa isaanii haga sa'aatii sadihii dubbisan; haga sa'aatii sadihii cubbuu ufii himata'aa Rabbii Waaqa ufiitii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adduma dhaabbatanetti saatii sadiif kitaaba Seera Mootii Waan Maraa ka Waaqa isaanii, isaaniif dubbifame; akkasuma saatii sadiif cubbuu ifii dhugaa-baasaa Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitiif sagadane.