Nehemiah 9:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa atini obsite, lubbu teetiini raagooti tante worra gorsite. Ammo taatule worri ch'aqasu dide, tanaafi atini harka gosa d'ibiti worra kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati garuu woggaa baay'ee isaanii obsite. Karaa raattota teetiitiin Hafuura keetiin isaanitti radde, isaan garuu si hin dhageenne. Kanaaf worra Yihuudii hin taane ka biyya san jiraatanitti isaan kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati bara hedduu isaaniif ossattee, karaa raagota teetiitiin Ayyaana keetiitiin isaan gorsite; te'uu malee isaan si hin dhageenne. Tanaaf ati kolbaa ollaa isaaniititti dabarsitee isaan kennite.