Nehemiah 9:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eeba tanteetiini hayyooti gumi tante fidde, gaafa worri lafa ballo dansa atini worraa kennite keesa tau; ammo worri ch'ubbu iraa deebie si hojachu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mishummaa kee guddaa san, lafa gabbattuu michuu bara mootummaa isaaniititti isaanii kennite keessatti si hin waaqeffanne, hujii hamaa hojjatan irraallee hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mootummaa ifii keessatti, lafa badho'oo fi laattuu ati isaaniif kennite keessa, yennaa turaneeyyuu siif hin tajaajille; cubbuu ifii irraa hin deebine.