Nehemiah 9:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma lafuma dansa sagale nu baaftu, ta atini nuu kennite tana keesati, tisse taane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo nu adha garboota; lafa ati abboota teennaa kennite irrattillee garbootuma. Lafti tun ta ati daraaraa isi'ii haa nyaatani'iif abboota teennaa kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, nuuti adha lafa abbootiin teenna midhaan isi'iitii fi waan dansaa isiin baachu akka nyaatanuuf, ati isaaniif kennite keessatti garboota teene.