Nehemiah 9:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti lafti tuni sila nuu baaftu ch'ufti hayyoota atini maro ch'ubbu teennatifi nu mohachifte baati. Worri nuufi hori keennale ch'ufa womfed'u tolcha, tanaafi nu amma gaargala hama keesa jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eebba lafa tanaa sababaa cubbuu keennaatiif mootota sanii kennite; Isaan hunna keennallee bita'aaran, horii keennallee akkuma fedhan godhan, kanaafuu nu'u rakkoo guddaa keessa jirra.» jedhanii kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa cubbuu teennaatiif, wonni hedduun latti kennitu, mootota worra ati nu irratti mootonsiteef galti; Isaan nu'uu fi horii keenna irratti akka jaalatane godhan. Nuuti rakkinna guddaa keessa jirra.