Nehemiah 9:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siumati, AABBO Waaqa, Abramu fohate, dira Uri, ka lafa Kaldayo, keesaa baafte. Maqa isa jijirte, Abrahamu baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Rabbi Waaqa; Abraamiin filattee Uurii biyya Kaladaawotaa keessaa isa fiddee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Mootii Waan Maraa Waaqa Abraam filattee, biyya Kaldootaa Ur keessaa baattee, maqaa isaa ‹Abrahaam› jettee moggaatte.