Numbers 1:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sifi Harunini, worra gosa Israeli, manafi balbala worra isaani gula, heda. Nama d'iira ka
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Israa'elii maraa laakkobsa isaanii akka gosa isaaniitiin, akka manniin abboota isaaniitiin maqaa ijoollee isaanii ta dhiiraa fuudhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'elii duudii akka gosa gosa isaaniititti, akka maatii maatii isaaniititti dhiira ka te'ane mara laakkowiitii maqaa isaanii galmeessi!