Numbers 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ganna diddamati oli, ka duula d'aqu dandau ch'ufa, maqa t'aafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atii fi Aaroon ijoollee Israa'elii keessaa nama woggaa diddamaatii fi ka achii olii worra duula dhaquu danda'an maraa laakkayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atii fi Aaron kolbaa Israa'elii keessaa dhiira worra woggaan isaanii diddamaatii fi diddamaa olii, ka dhaqanee loluu dande'anu mara akka kutaa kutaa isaaniititti laakkowa'a!