Numbers 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya diddameeso, ka jia lameeso, ganna lameeso eegi worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, dumansi Waaro Woyyuma gubba jiru kaani iraa kae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa lammeesso'oo ji'a lammeesso'oo keessa guyyaa diddameesso'ootitti duumessi hulee bulti'ii ka raga'aa irraa ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii biyya Gibxi'iitii baateen duuba, woggaa lammeesso'oo, ji'a lammeesso'ootitti, guyyaa diddameesso'oo, duumensi dunkaanii dhugaa bayaa san irraa ka'e.