Numbers 10:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle hojja godaanani ch'ufa, worri akana godaana. Worri bandera gosa Yuda jala jiru dura godaane mana manani, ka Nashoni ilmi Aminadabu gudda worraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalqaba ijoollee Yihuuda'aatitu malkata adda isaan godhu qabatanii duula ufii woliin deeman; duula isaanii irratti Na'aasoonii ilma Aminaadaabiititu bulcha'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goliin quttuma Yihuda'aa loltoota ifii woliin baandiraa ifii qabatanee dursanee deemane. Ajajaan isaanii ilma Aminaadaabii Nahasoon.