Numbers 10:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarsi tumi, magalata lama mid'aasi, aka biyyaani wolti yaamte guyya, godaanani namati himtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii wolitti qabu'uuf waan si gargaaru xurumbaa lama sibiila diimaa tumame irraa hojjadhu; xurumbaan lamaa kunniin ka ati bani'iin wolitti qabattee deemsiftuun haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa wolitti waamiisaa fi addee quttumaatii ka'anee akka deemanu godhiisaaf meetii tumante irraa tultullaa lama huji.