Numbers 10:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eegi suni worri balbala Kohathi, ka godaana miha woyyuma baatu godaana. Hojja worri fulla qutumati worra kaani d'aqabe, Waaro ya jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa worri gosa Qa'aatii mi'a woyyuu san baadhatanii deeman; haga kuuwwan dhufaniif hulee bulti'ii ijaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Lewwooti fira Qehaatotaa meya woyyicha ba'atanee bayane; adoo isaan quttuma itti aanu hin geyin, dunkaaniin dhugaa bayaa dhaabante.