Numbers 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege worri bandera gosa Dani jala jiru ka qorqorti eege biyya godaanu, mana manani kae godaana, ka Ahiezeri ilmi Amishadai gudda worraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra deeman sanniiniin maayessa worri deeman ijoollee Daaniititu malkata adda isaan godhuu qabatanii duula isaanii woliin deeman; ka duula san bulchu ilma Amisaadaayii Aki'eezar ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuma irratti goliin quttuma gosa Daanii ka karaa duubaatiin quttuma maraafuu eedduu te'ane, loltoota ifii woliin baandiraa ifii qabatanee bayane; ajajaan isaanii ilma Amiishadaayii Ahii'ezer.