Numbers 10:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan Hobabu ilma Yethro, ka gosa Midiani, ka sodda isaatini jed'e, Nu yayu lafa AABBO Waaqi, isanii kenna jed'e taaniti godaanu geenne. Inni yayu kakhate, aka gumi Israeli tana horsiisu, tanaafi atinileeni nu woliini kooti, woliini horraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen soddaa ufii nama Miidiyaamii ilma Raagu'eelii Obaabiin, «Koottu gara hulee Rabbi isinii kenna jedhee dhandhaa; Rabbi waan Israa'eliitiif waan mishaa waan dubbateef waan mishaa sii goonaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen abbaa soddaa ifii ilma Ruubenii Miidiyaantichaa Habaabiin, «Nuuti addee Mootiin Waan Maraa, ‹Ani isiniif hin kenna› jedhe sanitti galiisaaf kaaneerra; atille nu woliin koy; Mootiin Waan Maraa waan dansaa Israa'eliif waadaa waan galeef, nuutille waan dansaa si'iif hin goona» jedhe.