Numbers 10:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Hobabuni waan jed'eeni, Hiyo anini lafa tiyyafi worra kiyyati galu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni «Ani hin deemu gara firaa fi biyya kiyyaa deema» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Habaab deebisee, «Lakkii, ani hin deemu; ani gara biyya tiyyaatii fi kolbaa tiyyaa deebi'ee deemaara» jedhe.