Numbers 10:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani waan jed'eeni, sodda kiyya, si eebimna, nu biraa indeemini, atini lafa gamooji tana ch'ufa imbeeta, fulla ch'ufa nu geesite nu qubachiifta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Yabo'oo biyya gammoojji'ii ka nu itti quphachu'uuf taanu situ beekaa akka ija keennaatitti nuu laaltaa nu biraa hin hafin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo, «Maganne'ee nu biraa hin deebi'in! Goomolee keessa addee nuuti qubatuu dandeennu hin beetta; sooressa kara'aa nu'uuf teeta.