Numbers 10:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Israeli gaara qulqullo Sinaiti kaate, godaana guyya sadi godaante. Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa hojja ch'ufa worra dura deeme, aka fulla qutuma worraa laalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin gaara woyyuu biyya gammoojji'ii keessa jiru dhiisee deemsa guyyaa sadihii isaan firrisee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre kolbaan gaara Mootii Waan Maraa gaara Siina'aatii kaatee guyyaa sad ideente. Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraa addee isaan itti qubatanu isaaniif barbaadiisaaf guyyaa sadiin san isaaniin dura deeme.