Numbers 10:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri godaanu ch'ufa, dumansi AABBO Waaqaa worraa gadiseesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan achii deeman duumessi Rabbii guyya guyya'aan isaan golga'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan addee quttumaatii ka'anu, duumensi Mootii Waan Maraa guyyaa isaaniin gubbaarra deeme.