Numbers 10:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Sanduqi Wold'aqisa godaana kae ch'ufa, Musani waan jed'u, AABBO Waaqa, kai: Nyaapa kanke gargari baasi, nama si jibbule ufi duraa gussi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen hennaa saandundhi waada'aa achii deeme «Yabo'oo ka'i diintonni teellee bittinnaayanii afoo keetii haa dheessanii» jedhee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Saanduqi Gondooro'oo ka'ee deemu mara Muuseen, «Ee Mootii Waan Maraa, ka'i! Diinoti keeti bittinnowanuu ti; nyaaphoti keeti si duraa baqatanuu ti» jedhaayyu.