Numbers 10:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani lafa teesani keesa jirtanu ka, nyaapi d'ufe isani had'e, nyaapa suni ufi iraa d'owu feetani, magalata kana d'aa iyya. Duuba anini, AABBO Waaqi keesani, isani qarqaare harka nyaapa keesani keesaa isani baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Diina lafa teessanii irratti hennaa duula itti baatan xurumbaa guddisa'aa afuufaa'a; hennaa san diina jalaallee isin oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya teessan keessatti diinota isin cunqursanu loliisaaf yennaa duultanu, tultullaa guddisa'aatii afuufa'a; achiin duuba ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan biratti hin qaabatantan; diinota keessan jalalle'ee hin baatan.