Numbers 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana ch'ufa nati garaachae d'ale? Atini maanifi akko worraa na tolchita, anini worra kana aka daima hampaare, lafa atini ababoota worrati kakhateeni d'ufa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara lafa abboota keennaa ati kakattee akka isaan geessu akka haati guddiftu daa'ima boba'atti qabattutti wonti ammadhu naan jettuuf banii kana natu ulfaayee dayee?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Natti kolbaa tana mara ulfoyee deye moo? Ati maaniif, ‹Akka guddifattuu annuu habbaarattuu, isaan habbaaradhuutii biyya ani abbootii isaaniitiif kaku'uun waadaa galetti isaan galchi› naan jette?