Numbers 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini eesa fooni worra kana nyaachisu arga? Worri kunini guyya ch'ufa aka saree gururie fooni nyaatu nara barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti na afo'otti booya'aa foon nuu kenni jedhaniif ani foon banii kana maraa kennu eessaa fuudha? ana guddisee natti ulfaateeraa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Foon nyaannu nuu kenni› jedhaa gara kiyya dhufanee natti bowan; isaan kana maraaf ani foon eessaa fuudha ree?