Numbers 11:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra kana ufiti indandau, baani worraa ya nati ulfaate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii kana maraa ani baadhadhee hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tun akka ba'aa guddo'oo waan natti ulfaattuuf, ani qofii tiyya kolbaa tana mara ba'atiisa hin dande'u.