Numbers 11:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini ka akana na tolchitu taate na nahi, na ijeesi, aka anini deebie gaargala akana siraa inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waan akkanaa na irratti goote irra yoo si afo'otti gaachena argadhee jiraadhe, yabo'ootii rakkinna na irra gawu kana maraa akka hin argine sirima na ajjeesi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akkana yoo na gootu teete, ammuma ana ijjeesi! Ani si duratti fudhatama dhaggadhee yoo jiraadhe, farra na hin dhaggisiisin» jedhe.