Numbers 11:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Jaarole torbatama, ta gurra qabdu, ta gumi keesa mataa fakaatu, wolti yaami, fulla balbala Waaro Woyyumati natiini kooti, worri ka arti sibira ejaanjuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Banii Israa'elii keessaa jaarsota biyya bulchanii fi bulchoota hin ta'an jettee yaaddu namoota torbaatamaa wolitti naa qabi; gara daasee wol gayi'ii fidiitii uf bira dhaabsisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een «Maanguddoo Israa'elii keessaa worra sooreyyi'ii fi qondaaltota kolba'aa te'uu isaanii beettu, nama torbaatama wolitti naa qabi. Akka isaan achi si bira dhaabbatanu gara Dunkaanii Woldeenna'aa fidi.