Numbers 11:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini gabue, artiti siini dubbad'a, ammalle jabeenna lubbuu ka qara si kennele haga gari siraa fuud'e worraa kenna. Akanaani worri si qarqaare, baani worraa siti sablate, wahela argatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani bu'ee si qaassa; Hafuura sii kenne irraa qoodee isaaniillee kenna; akka ati hojja kee hin baadhanne ba'aa kee isaanillee hin baadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhufee achitti si woliin hin dubbadha; Ayyaana si irra jiru irraa qoodee isaan irra hin keya; ati qofii teeti akka hin ba'anne isaanille ba'aa kolba'aa si hin qarqaaran» jedhe.