Numbers 11:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana waan biyyaani jettu, Guyya boriti jed'a, ufi qulqulleesa, fooni nyaatani inargattani. AABBO Waaqi ya gururisu teesani, ta isani, Eentu fooni nu nyaannu nuu kenna? Gaafa nu lafa Misiri keesa jirru hagana ira jira jettani d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bani'iin akkana jedhi, ‹Foon nyaannu eentu nuu kenna? biyya Misiriititti akka misha'atti turre jedha'aa booyicha isin boottan Rabbi waan dhagayeeruuf boruuf woyyoomaa'a; foonillee hin nyaattanii Rabbi foon isinii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammalle kolba'aan, «Ka isin, ‹Biyya Gibxi'ii keessatti nutti toleeraayyu! Foon nyaannu adoo dhaggannee!› jettanee boottane Mootiin Waan Maraa dhage'eera; amma foon hin nyaataniitii, boruuf ifi woyyoonsa'a! Inni foon isiniif hin kenna; isinille foon hin nyaatan.