Numbers 11:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana AABBO Waaqi fooni isani nyaatani isanii kenna. Guyya tokofa, lamafa, shanifa, kud'anifa yokhaani diddamafa ch'alla inyaatani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa tokko yookaan guyyaa lama yookaan guyyaa shanii yookaan guyyaa kudhanii yookaan guyyaa diddamaa callaa hin nyaattan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin guyyaa tokko yookiin guyyaa lama yookiin guyyaa shan, guyyaa kudhan yookiin guyyaa diddama qofa hin nyaattanu;