Numbers 11:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo bulti addeesafi dukana ch'ufa nyaatani, haga fooni suni isani ira dabrani funnaaniini isani keesa dachaaniti. Wonti kunini ch'ufti, woni isiini taatufi, waan isaani, AABBO Waaqa ka jiddu teesani keesa jiru kana diddani, Maanifi lafa Misiri keesa baane? jettani gungumtanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbii isin jidduu jiru waan tuffattaniif waan isaan maaf biyya Misiriitii nu baafte? jettanii boottaniif foon nyaattanii haga funyaaniin isin bawutti ji'a guutuu haga hifattanitti nyaattan› » jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo isin Mootii Waan Maraa ka odduu teessan jiru jibbitanee, ‹Maaf biyya Gibxi'iitii baane?› jettanee waan isatti gunguntaneef, ji'a tokko guutuu, haga funnaaniin isin dhufutti, haga diqattanutti hin nyaattan» jedhi.