Numbers 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan AABBO Waaqaani jed'e, Gumiini anini deemuni tunini nama kunki d'ibba jaati, atini duuba d'uguma haga jia toko fooni worraa kenna jetta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Rabbiin, «Baniin na woliin jiru worri lukaan deeman namoota kuma dhibba jaha; ati foon ji'a guutuu isaan nyaatan isaanii kennaaf jetteerta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo Mootii Waan Maraatiin, «Kunoo kolbaan na woliin jirtu, ta ati, ‹Ji'a guutuu foon isaaniif hin kenna› jettu, laakkossi loltoota miilaa 600,000.