Numbers 11:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Loonifi ree worra quubsitu dandaani inqalani? Qurt'umini galaana ch'ufti yo guurani worra ingeeti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon isaan nyaatanii quufanii foon sangootaatii fi hoolotaa tokko qallaa? Qurxummii galaana keessaa maraa akka isaan quubsu wolitti qabnaafii? jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo hoole'ee fi re'een, loonille karri duudiin isaaniif qalamanelle'ee isaan hin geyaa? Qurxummiin abbaayaa keessaa duudiin isaaniif yoo wolitti qabanelle isaan hin geettii?» jedhe.