Numbers 11:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi dumansa keesa gabue isaani dubbate, jabeenna lubbu qara isaa kenne haga toko iraa fuud'e, jaarole torbatama taani qoode. Lubbuuni ira bute jennaani worri haga gababa toko aka raaga iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi duumessa keessaan bu'ee ayyaana isa irra jiru fuudhee jaarsota torbaatamaa irra kaayee isaanillee haga hafuura san argataniin maayessa raaga dubbatan; achiin maayessa garuu deebi'anii raaga hin dubbanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa duumensa keessa gad dhufee Muuse'etti dubbate. Inni Ayyaana Muuseen qabu irraa qoodee maanguddoota torbaatamaaf kenne. Yennaa Ayyaanni isaan irratti bu'e raaga dubbatane; ammoo itti deebi'anee raaga hin dubbanne.