Numbers 11:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoshuani, ilmi Nuni, ka haga kaimoma isaati Musa jala hojatu, waan Musani jed'e, Worra kana ch'allisisi, Aabbo!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun ka ijoollummaa irraa jalqabee tajaajilaa Muuse'ee ture, «Muusee gooftaa kiyya! akka isaan raaga hin dubbanne dhooggi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilmi Nunii Iyaasuun, ka ijoollummaa ifiitii jalqabee qarqaraa Muuse'ee te'e, «Goottaa kiyya Muuse'e! Isaan dhooggi!» jedheen.