Numbers 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba fulla suni maqa Tabera baasani, wonti akanatiifi ibidi AABBO Waaqaa artiti nama gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ibiddi Rabbiin biraa isaanitti bobayeef maqaa hulee sanii «Taabeeraa » jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddi Mootii Waan Maraa odduu isaaniititti waan bobe'eef, maqaan addee sanii «Tabeeraa » jedhamee moggaafame.