Numbers 11:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra seseega yau, ka worra Israeli intahiniti ka, worra gula godaanu, jira. Duuba worri sunini guddo fooni jaalate sabdaeni, worri Israelileeni gungume waan jed'e, Ato sila fooni nyaannu qabaanne akami dansa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin adda addaa ka isaan jidduu jiru guddisanii kajeelan; ijoolleen Israa'elii ammo booyanii turan, «Foon nyaannu eentu nuu kennaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri biyya ormaa gariin ka Israa'eloota woliin jiranu, sagalee dhibii guddoo dharra'ane; Israa'elootille gungumanee, «Foon nyaannu adoo dhaggannee!