Numbers 11:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Misiri keesa jirru nu qurt'umi haguma feenu nyaanne gaafi male, mee mid'aani aka bododafa, qulubi fa, sagale miooftu d'ibi ta duri nu nyaanne qaabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Misiriititti akkanumaan qurxummii, baxihunii, baalqulaa'a, godarree, shunkurtii adi'ii fi diimaa nyaanna turre;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti biyya Gibxi'ii keessatti gatii malee, qurxummii nyaannu, baaqulaa, waan baaqulaa fakkaatu ka dheedhii nyaatanu, waan goodarree fakkaatu, shunkurti'ii fi qullubbii qaabanne;