Numbers 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Mannani tunini mid'aani didiqo hahad'icha adadi aka haampe jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mannaan sun akka sanyii dimbilaalaati; bifti isaa ham'ee fakkaata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mannaan waan midhaan dinbilaalaa fakkaatee, akka ceem'aa jiru.