Numbers 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini halkani fit'eesa keesa olaati gabuuti. Boriyyaate nami kae guurate, daakhe d'aabate, qit'a tolfata. Hojja nyaatani aka qit'a d'ad'ani d'aabani mioofti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin raasaa keessa naannaya'aa guuratan; dhaga'aan daakkatan; yookaan mooyye'etti tuman; xuwwee keessatti affeelatan; bixilee godhatan; mi'aan isaallee akka xoroshoo dhadha'aan sukkuumamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan asii fi achi deentee qoccee, daaku'utti daatti yookiin mooyye'etti tunti. Achiin duuba isaan okkote'etti iffeelan yookiin bixee hephellittii bixisan. Mi'aan isi'iille akka bixee zayitii ejersaatiin bixifantee ti.