Numbers 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'ani isi, AABBO Waaqi Musa ch'allaani dubbate? Inni nuleeni indubbane? Dubbi worra tana AABBO Waaqi d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Dhugamaan Rabbi Muusee calla'atti dubbatee? Nu keessaan hoo hin dubbannee?» Jedhaniin; Rabbillee kana dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'ee qofaan dubbateeraa? Inni karaa keennalle'een dubbateeraa motii?» jedhane. Mootiin Waan Maraa waan isaan jedhane dhage'e.