Numbers 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Musani nama guddo balchicha, nama balcha aka isaa lafa keesati inargani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen namoota biyya lafaa irra jiran maraa keessaa inni guddisee nama kasoo ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen namoota lafa irra jiranu mara caalaa, gadhi-laafessa.