Numbers 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojuma suni AABBO Waaqi Musafi Harunifi Miriamuuni dubbate waan jed'eeni, Isani sadeenu fulla Waaro Woyyumati koota. Worri kae yae jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi yoosuu Muusee, Aaroonii fi Maariyaamiin, «Isin sadiinuu gara daasee wol gayi'ii yaa'aa'a!» jedhee isaanitti dubbaate; sadiinuu gara daasee wol gayi'ii seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedhuma Mootiin Waan Maraa Muuse'een, Aaronii fi Miiryaamiin, «Isin sadiinuu gara Dunkaanii Woldeenna'aa kowaa» jedhe. Maarre isaan sadiinuu dhaqane.