Numbers 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi baaldo dumansa keesa gabue, balbala Waaro Woyyuma keesa eje, Harunifi Miriamu yaame. Jennaani worri lachu isa dura d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi utubaa duumessaatiin bu'ee balbala daase'ee dhaabatee, «Aaroon! Maariyaam!» jedhee waame; isaan lachuu gad bayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa utubaa duumensa keessa gad bu'ee, seensuma dunkaani'ii irra dhaabbatee, Aaronii fi Miiryaam waame. Isaan lamaanuu gara duraa yennaa dhufane,