Numbers 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan Musani jed'ani, Nu lafa keesa, yaane, lafa aananifi dammi aka lola yau argine kuno, mid'aani isii hagi toko kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Muuseen biyya Kana'aanii akka dhaqanii gaadaniif erge kanniin; Muuseen ilma Naawwe'ee Awusee «Iyyaasuu» jedhee maqaa isaa jijjiire.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan namoota Muuseen akka dhaqanee lafa san dooyanuuf erge isaan kana; Muuseen Hose'aa ilma Nuii, «Iyaasuu» jedhee maqaa moggaase.