Numbers 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gochiti achi teetu guddo irre qabdi, diri worraleeni gugurda, ammalle aka jaba maneenifi naabo isaale jaarani. Suni malele, nu ilmaani gosa Anaki worra gugurda d'eed'era kaani, argine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akka biyya Kana'aanii gaadan gara bita'aa kanaan bayaa'a, gara gaarraniillee dhaqa'aatii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen lafa Kana'aanii akka dooyanuuf yennaa isaan erge, «Karaa kibba Kana'aaniitiin gara biyya koobitti'ii ol baya'aatii,