Numbers 13:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalebuni Musa durati biyya ch'allisise waan jed'e, Nu amma tana kaane lafa suni fud'achu male, nu yaasa. Nu irre jabdu qamna ta dabsanuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota hagoo yookaan heddu namoonni lafa san irra jiraatan mimmishaa yookaan babbadaa ta'uu isaanii, huleen isaan jiraatanillee goodda yookaan dirree dhooqa, qachaa ta'uu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
latti isaan keessa le'anu dansaa yookiin badduu akka teete, qachaan isaan keessa le'anu ka dalleya hin qanne yookiin ka dalleya dhaka'aa qabu akka te'e,