Numbers 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa kud'ani lama ta Israeli keesa, nama jaarsa, toko toko fohad'i, lafa Kanaani, ta anini gumi Israeliti kennuti dooya ergi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa Kana'aanii ta ani ijoollee Israa'eliitii kennu dhaqanii akka laalan namoota gosa abboota maraa keessaa nama bulchaa ta'ee ergi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa Kana'aanii ta ani Israa'elootaaf kennu san dhaqanee akka dooyanuuf, gosa Israa'elii kudhanii lamaanuu keessaa sooressa tokko tokko filii ergi» jedhe.