Numbers 13:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari Kalebuni woliini yau kaani waan jed'e, Hiyo, nu irre jabdu worrani haanu inqamnu, worra indandeennu; gochiti sunini nura irre qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mukkiin lafa sanii fufurdaa yookaan qaqadhaa ta'uu, lafti biyya sanii gabbataa ta'uu dhaqa'aa laalaa'a daraaraa lafa sanii qabadha'aa as koottaa'a» hennaan sun garuu ji'a woyiniin gawu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lattille jiituu yookiin godduu akka teete, muki akka irra jiruu fi hin jirre ilaala'a. Itti jabaadha'aatii, midhaan lafa sanii keessaa garii fida'a» jedhe. Yennaan sun yennaa midhaan woyni'ii ka qaraa bilchaatu.